Mandaroota Moodela Jireenya Fooyya’aaf!
Magaalonni tarsiimoo misooma magaalaa 20/50 hojirra oolchuun mandaroota magaalaa miidhagaa,qulqulluu fi magariisa taasisuun iddoo jireenyaaf mijataa akka ta’aniif hojjecha jiru.Tarsiimoo kana milkeessuuf gaheen hawaasa magaalaa iddoo olaanaa waan qabuuf hirmaannaa damdaneesaa akka taasisuuf hojjetama jiruun bu’aa gaariin argamaa jira.Kanarra ka’uun manneen dhuunfaa qe’ee isaanii irra hanga raadiyeesii meetira 20 fi dhaabbileenimmoo hanga meetira 50 qulquleessuun…
