Magaalaa Shaggaritti baatiiwwan saglan darbanitti dhimmootnihawaasaa 5,304 gaaddisa mana murtii Aadaa jalatti furmaataargataniiru.
Manni murtii Aadaa humna Waloo haqa-Waloo mirkaneessuun Aadaa Uummataa iddootti deebisuunwaliin jireenyaafi hariiroo hawaasaa roga gaariin ijaaraa jiruu keessatti gahee olaanaa qabudha.Humnoota waloo tumsa hirmaannaa uummataan faayidaa hawaasummaafi waliin jireenyauummataaf hojiirra oolfaman keessaa manni murtii Aadaa isa tokko yoo ta’u, kunis hawaasni waldhabdeewwan mudatan duudhaa ganamaan akka furatan taasisuurra darbee ragaawwan sobaahambisuun dhugaa hawaasa keessa…
