Inisheetivootni Misooma Magaalaa, Bu’uura Badhaadhinaati
Inisheetivootni mootummaan bocamanii magaalota keessatti hojiirra oolaa jiran misooma saffisiisuunjireenya hawaasaa fooyyessuu, carraa hojii uumuu fi diinagdee naannoo fi biyyaa cimsuu keessattishoora olaanaa taphachaa jiru.Naannoo Oromiyaattis, hojiiwwan inisheetivoota magaalaan hojiirra oolaa jiran, oomisha guddaaargamsiisuun carraa hojii guddaa uumuun galii hawaasa magaalaa guddisuu kessaatti gumaachaolaanaa taasisaa jira.Dabalataanis, oomishni kuduraafi muduraa, horsiisni lukkuu, qurxummii, loonii akkasumas biqiltuumagariisummaa…
